አማርኛ | Afaan Oromoo | English
Login | Sign up

ITIIYOO XAA'OO

BAGA NAGAAN MINISTEERA QONNAA DHUFTAN

Nature

Sirna Hooggansa Dijiitaalawwa Xaa’oo Qonnaa Ammaayyaf


Sirni Dijiitaalawwa kun Marsarii waan akkaata waan hundaa hammaachu itti dandaaú fi sirna Qonnaan bultootni/Horsiise Bultootni fi Abbootiin qabeenya hojii qonnaarrratti bobbaaán akkaata Xaaóo keemikaala fedhii isaani itti beeksifatan, akkasumas fudhaachu isaanii kan ittin raggaasifamu/ tooátamu of keessaatti kan hammaatudha. Teeknolojii kun yaaíinsa fedhii, dhiheesi fi raabsi kan tooátu akkasumas “GrowthTech” kun fayyaadamtootni ragaa Sirnan fi yeroon Xinxaalame, gosoota xaaóo Keemikaala maddalama Miidhaan biqiluuf dhiheesu gargaara. Sirni Dijiitalawwan kun Fyyaadamtootin/ qaamoleen hojii Qonnaarrattii Bobbaaán hundi akka isaan odeeffaanoo waqtawa argatan ni taasisa, oomishaf Oomishtummaan akka dabalu ni taasisa, fallaama naannoo ni hirísa, buá qabeessuuma ni dabala, walquunamtii waliini fi marsarii (cloud Based) ni mijeesa, waliigala “Growth Tech” kun Carraaqiiwwaan Guddiina Qonna ittii fufiinsa qabu Jabaana Dijiitalaawwa ni Mirkaanneessa.


Norway

Xaaóodhaaf Sirna Dijiitaalawwa Diriirsuun Oomistuumma Qonna Gahoomsu


Marsarii kun kan diriireef Oomishaa fi Oomistummaa kara saafiisa taéen, ittii fufiinsa qabun fi baayína barbaadamun guddiisuf haala mijaata Uumufi. Teeknoolojii waltawaan kun galtee Oomishtummaa Qonnaan bultoota, Horsiisee Bultoota fi abbootii Qabeenya damee hojii qonnaarraatti bobbaaán kan guddiisu wayiita taú kuniis fayyaadamtootni qixa, gosaa fi hammaa tokkoon tokkoo gosaa midhaani/biqiltootta barbaachisu fayyaadamuf ni dandeesiisa. Xiinxaala raga Qulqulluu fi Tilmaama toofta, Gosa albuudota biyyoof barbaachisan fayyaadamtootni Murteesuf haalan gargaara, fayyuuma fi Oomishtummaa biyyoo fi miidhaa naannoorra gahu ni hiríisa. Hariiroon fala dijiitaala kun komputaara yookiin moobaayiila fayyaadamun walquunamtii ciimsun barteewwan fi hoggaansa qonna ni foyyeesa,fayyadamtoota gahoomsun caalattii Leencooleewwan sirnaan rammaaduuf ni jajjaabesa, galmi oolannaan isaas barsiifata Qonna Si’oominsun ,ittii fufiinsu fi buá qabeesa taasisun Caaseefama Dinagdee qonnaa Milkeesudha.

Sirna Cimaa Hoggaansa Xaaóo Diriirsuun Qonna Ammaayyawaf


Warraaqsa Qonnaa mirkaannesuf Sirna Cimaa hoggaansa Xaaóo Keemikaala diriirsu,TeeKnooloojii Ammaayyaée fayyaadamun akkaata Qonnaan Bultootta/fayyaadamtootta biran yeroo, hanga fi iddoo barbaadamutti toánnoo Cimaan dhiheesun itti fayyaadamummaa Xaaóo guddiisudha. Kunis Fayyuuma Midhaani, Oomisha fi Oomistummaa dabaluu, akkasumas itti fufiinsa yaaliiwwan Sirna Qonnaarratti taasifamu buá qabeessa taasisuf Sirna Dijiitalawwa yeroon barbaadu iddoo hundaatti diriirsun yaaíinsa Cancaala dhiheesi Fi raabsa Xaaóo Keemikallaa ammaayyeesun rakkoowwan daldallaa Seeran ala ittiisun fayyaadamuma uummaata biyyaa keenya Mirkanneesudha.


Popular Posts

  • Image Agricultural
    Policy
  • Image
    Proclamation
  • Image Major
    Directives
  • Image Implementation
    Guidelines

Tags

Review Regions Zones Woreda Kebele Districts Unions Destinations Primary Cooperatives Distribution Centers Involving Institutions Fertilizer Valuechain Reports For the youth

Contacts (MoA)

Mengistu Tesfa Lake
Lead Executive
Zewidu Sime
Expert
Belete Berhane Habteyes
Expert
Melese Bedane Begna
Desk Head
Zemenu Menale
Expert
Shimelis Eshetu
Expert
Tiblets Fetsum Girmay
Expert
bizuayhew abebaw
Expert
Oumer Hussen Muhye
Expert
waltengus getachew
Expert
Habib Temam
Expert
Abebe Eshete
Expert
Mengistu Tesfa Lake
Lead Executive